Русские видео

Сейчас в тренде

Иностранные видео


Скачать с ютуб Kaziinaa Usumaa'el в хорошем качестве

Kaziinaa Usumaa'el Трансляция закончилась 3 недели назад


Если кнопки скачивания не загрузились НАЖМИТЕ ЗДЕСЬ или обновите страницу
Если возникают проблемы со скачиванием, пожалуйста напишите в поддержку по адресу внизу страницы.
Спасибо за использование сервиса savevideohd.ru



Kaziinaa Usumaa'el

Haala Baqattoota Oromoo Biyya Sudaan Walwaraansi Biyya Sudaan keessatti geggeeffamaa jiru Baqattoota Oromoo biyya sana keessa jiraniif qormaata ulfaataa akkuma ta’etti jira. Keessumaa kanneen magaalaa Khartoum keessatti argaman lola kana gidduutti qabamuun balaan isaan irra dhaqqabaa jiru gaddisiisaa dha. Guyya guyyaatti lubbuun baqattoota kanneenii ba’aa jira. Dhukaasa bakka adda addaa irraa dhukaafamuun lubbuun isaanii darbaa, qabamaniis ajjeefamaa, hidhaa hamtuufis saaxilamaa, hidhaa kana irraa ba’uufis maallaqa guddaa gaafatamaa, nyaataa fi dhugaatiinis rakkamaa, dhukkubsatanis waldhaansa kan hin arganne, walumaagalatti wabii jireenyaa dhabanii haala hamtuu keessatti akka argaman sagaleen baqattoota kanneenii guyyuu SBO dhaqqabu ni hubachiisa. Haga biyyatti deebi’uullee dabalatee karaa danda’ameen nutti dirmadhaa, nu gargaaraa, nu baraaraan dhaamsa baqattoota Oromoo kanneenii ti. Kanaaf qaamni itti dhaga’amu karaa danda’e hundaan akka sagalee ta’uu fi rakkoo kana keessaa karaa itti isaan baasuun danda’amu irratti akka cina dhaabbatuu fi itti dirmatu nutis akka SBOtti ergaa isaanii kana dabarsina. Want to create live streams like this? Check out StreamYard: https://streamyard.com/pal/d/50248826...

Comments